Tamasgen Fekede
ye-buna.com/tamasgenfekede
Waaqayyo sanyii Yaaqoobiif in oo'a,
ammas Israa'eloota fo'ee
biyya isaanii keessa in teessisa;
sabni orm…Waaqayyo sanyii Yaaqoobiif in oo'a,
ammas Israa'eloota fo'ee
biyya isaanii keessa in teessisa;
sabni ormaa isaanitti in dabalama,
sanyii Yaaqoobittis in hirkata;
sabni lafa irraa Israa'eloota fuudhee
gara iddoo isaanii duriitti isaan in geessa;
isaan biyya Waaqayyoo keessatti
saba sana garbichaa fi
garbittii in godhatu;
Israa'eloonni warra dur
isaan qabatan,
amma immoo deebisanii in qabatu,
warra dur isaan cunqursan,
amma immoo darabee isaanii in mo'u.
*1 Zak 8:20-2Read moreLess
0 supporters
Buy Tamasgen a coffee
More from Tamasgen
Links & shop

Tamasgen Fekede0 supporters
Buy Tamasgen a coffee
❤ 0 supporters