Gudina Abdisa
ye-buna.com/egereekeenya
Egereen keenya dhaloota qaxaleen masakamuu qaba. Milkaa’ina kanaaf lammiin hunduu shoora isaa taphachuu kan qa…Egereen keenya dhaloota qaxaleen masakamuu qaba. Milkaa’ina kanaaf lammiin hunduu shoora isaa taphachuu kan qabu yoo ta’u, nutis gahee keenya bahuuf barnoota idileen alaa [tuutooriyaalii] Baratoota sadarkaa 1ffaa kutaa [1-6] fi gidduugaleessaa kutaa [7 fi 8] barataniif yeroof gosa barnoota [Saayinsii, Ingiliffaa, Herreega,fi Information Technology] irratti kennuun deeggaruuf karoorfanneera. Kanas kan goonu yaadannoo gaggababoo ,gaaffilee shaakalaa fi Moodelaa qopheessuun barataa deeggaruuni.Read moreLess
0 supporters
Buy Gudina a coffee
More from Gudina
Links & shop
🔗 Gudina hasn’t added links yet.

Gudina Abdisa0 supporters
Buy Gudina a coffee
❤ 0 supporters